Mootummaan gabroomfataa wayyaanee liyyuu poolisitti fayyadamuun duguugga sanyii oromorratti godhutti jira

Aanaa Baabbile Araddaa sheek Husseen keessa seenuudhaan humni addaa poolisii Soomaalee Kan moorummaa gabroomfataa wayyaanetin hogganamu gocha gara jabeenyaa daa’imman humaa hin beekne obboleeyyan lama irratti dhukaasa banuun daa’imman kun lachuu Hosipitaala Harar – Hiwot Faanatti wal’aansarratti argaman.