,This morning Agazi soldiers opened fire in Moyale town injuring several people. Many of those injured are in critical condition and taken to hospitals in Moyale-Kenya.

Makkalaakayaan ummata gooluu itti fufee jira. MNO jara kana affeeruufi affeeruu dhabuu isaa ifatti ummata beeksisuu qaba. Yoo isaan jara kana dhaabuu hin dandeenye haa himan ummanni beekkatee itti seena.

“Anaa moyalee irratii makalaakiyaan ummataa nagaa irrati dhukaas baane nama shan(5) maadesee…namii suun shannan hospitalaa fulesaa jiraan…namii lamaa aka lubbuu jiraa…ilmaa Oromoo chufaa katamaa keesa gussani, Ispalti irra yahuu dhowwani…qabeena keesa nu gussani…akasumas; Qeeroon Oromoo hiriira nagaa bahani kan jiraan, namiichi tabaqaan ka wayyanee tokko kan Adan jedhaamuu qeeroo keena bilaan waraane;
odduun dabalatan, Gurba qeero keenaa tokko kan musee jedhamuu, namichii bulchisaaf nageenya gandaa arbalee (mamednur gababaa)tokko baleesa malee dhannee, humnaa dabalataa diininetii lamaf, miisensaa issa waliin,federala wamee manaa hiidha geesani jiran…..Nuu qeeroo boranaa anaa moyalee keesati namumaa keenaan ajjeefamaa jiraa: saroota wayaneen kolasiteen du’a jiraa nuu re reebaa reebaa..”