Hayyootaf Qabsaa’ota sabboontota meeqa manni hidhaa mootummaa nama nyaataa wayyanee baadhatte jirti

Ogeessa Fayyaaf Abba Qabeenya Dr Qamar H/ Saanoo Mana Murtii Yeroo Sadii dhihaate beelaman dedeebisa jiru .

Ogeessa Fayyaaf Abba Qabeenya Dr Qamar H/ Saanoo Godina Arsi Bahaa , aana xanna magaala Xiichoo irraa Bara 2016 Sababa Qeerro gurmessite , fi warra ala jiru waalin hidhata walitti qabda jedhun kinoo hamma ammat murti tokko maale mana hidha Qilinxoo keessat dararama jira .

Dr Qamar nama kara Amantii isaattin gahe guddaa qabu fi nama Masgida qarqarun bekumafi badiya irratti masgidni akka ijramuf nama gurmessun bekamuuf Akkasummas Ogessa fayya kan rakkata kkafaltii malee yalun bekamu dhimma Oromummaa irratti qabsa’a Aanaan xanna qabdu keessa nama hangafaat .

Dr Qamar Abba miskiina Rabbiin Nagayaan mana hidhaa san keessa si haa baasu !!!